Kan na marse keessaa
harki caalan isaa
Keessaa summii baatee
fuula isaa ibsaa
Gammaduu koof maraatee
boo’uu kootti kolfaa
Imimmaan koo arguuf
madaa kiyya horfaa
Jiruu isaa dhiisee
anaaf rafuu dhaba
Na kuffisuuf yaadee
gufuu kiyyaan caba
http://nasiro beriso.comSeeqa koo dhaamsudhaaf
maalumaaf jarjaruu?
Gita waan hin qabneef
kolfa koon gurguruu.
http://www.Nasiro beriso.com