-
WOLALOO(poom)
Addunyaan kun faallaadha! Addunyaan kun faallaadhaHin hojjattu waan sirriiHaqarraa fagaatteeGuutamte waan sharriin Kan uffanni maluufNama qullaa taasiftiKaartooniidhaaf RobootiiUffata itti uffisti Jallinaan haguugamteeAddunyaan kun baranaFurmaanni maali jettuMee natti himaa jarana! Kan silaa uffateeUffannaan irraa toluFilatee dirateeBareeduun irraa malu Rakkatee qullaa deemaIja namaa ilaaalaaAddunyaan kun faallaadhaMee hubadhaa laalaa! ✍️ Naasiroo bariisoo tiin♡
-
content://com.android.chrome.FileProvider/images/screenshot/16580662451651101204994459218610.png
-
Jaalala
Ilmi Namaa dhalatee Hamma turi dacleerra Waan dhufuut Waan darbu Jaalalaan irra aanee Tokkummaan Wot- galuon Waan maraa noo’atura Hamma jiraattu daclara Obbolesiaal Obbolett Atis kan taotee jirtu Abbaa feerraal feeritt Ilmaan irraa eegati Jaalalaan of Jabeessi Koomwg noo’atao taunt Jibbaa firraa Fageessi Maati keetin eegoti Saba kee Fi binka kee Jaalalaan of Jaboessi

Si hin dagannu haacee
“Lakk” jechuu bari Gammachuu yeroof jettee Hegeree kee miidhuurra Obsii ‘lakk” jedhii Deebisi ufirraa Waan bu’aa siin qabneef Yeroo kennuu dhiisi Ejjannoo jabaadhaan “Lakk” jedhii deebisi Wanta gaarii hundaaf Amansiisi Sammuukee Milkaa’inaaf carraaqi Hanga dandeettiikee Yoomuu harka hin laati Taati’oof kufaatiidhaa Haamleekees hin cabsinii Wanta sirriidha taanaan Cichii itii fufi duubatti hin deebi’inii Lakk An…