-
Jecha Jawaarii tii fi Gaana hamma wol fakkaatu
Jecnota Jawar Gaana Hamma waι Fakkatu ILaalaa mee ati suphee miti,warqee qulqulluudha! # Wanta dhaloota fayyadu dhalootaf kennuu dhabuun dhaloota saamuudha. Eenyummaan koo garaa garbummaa ni uuma. #waan hundumaa dura nama akkam namaatti ilaaluu qabna! Gochawwan keenya har’a dhibbaa inni Dhaloota dhufu irratti qabuu Wal qabsiisuun dirqamadha. #Oduu namaf bakkaa dhabuudhaan Galma keenya qofa irratti…
-
https://vm.tiktok.com/ZMLHLmQTJ/
-
Natti tola.
Koo qofa si godhadheeOnneekoo baasuuf dharraaQabeenyatti haa hammaatuAnoo hin arganne carraaUtuma wal jaalannuuDhabni si qoode narraa! Dhaba koofan sidhabe! Sin jaalladhan tureHundarra caalchiseeGuutummaa onnekoosSi qofan dhaalchise Hireekoo ganamaaBarsiistuu jaalalaaJaalattee nan dhiifneMurtiin kee naagala! Addunyaa mararraaWal qofa laallanneeUmrii daa’imummaanFillee wal jaalannee Rakkinaaf gadadooWaliin dandamanneeMi’aawa jaalalaasWaliin dhandhamannee Simalee jireenyiTasa naaf hin ta’uuHin tilmaamnen tureNuti gargar ba’uu! Najalaa…
-
title
Hey! Come watch funny videos with me on ClipClaps! There is a $1 sign up reward. https://h5.cc.lerjin.com/propaganda/#/community?clapcode=0746025497
-
Rebtel App Invite
Hi! I think you’ll love Rebtel for international calls. Right now, if you buy just $1 in credit, you get $10, so why not try it today? https://rebtel.app.link/Ae48IRNo6nb
-
Gammaduu koof maraate.
Kan na marse keessaaharki caalan isaaKeessaa summii baateefuula isaa ibsaa Gammaduu koof maraateeboo’uu kootti kolfaaImimmaan koo arguufmadaa kiyya horfaa Jiruu isaa dhiiseeanaaf rafuu dhabaNa kuffisuuf yaadeegufuu kiyyaan caba Seeqa koo dhaamsudhaafmaalumaaf jarjaruu?Gita waan hin qabneefkolfa koon gurguruu.http://www.Nasiro beriso.com
-
GAMMADUU KOOF MARAATE
Kan na marse keessaaharki caalan isaaKeessaa summii baateefuula isaa ibsaa Gammaduu koof maraateeboo’uu kootti kolfaaImimmaan koo arguufmadaa kiyya horfaa Jiruu isaa dhiiseeanaaf rafuu dhabaNa kuffisuuf yaadeegufuu kiyyaan caba Seeqa koo dhaamsudhaafmaalumaaf jarjaruu?Gita waan hin qabneefkolfa koon gurguruu.http://www.nasiro beriso.com