-
title
I won a $3.00 reward from ClipClaps, open ClipClaps to share bonus with me. #eyJpZCI6IjcyNTYwMDIyIiwidHlwZSI6MX0=# https://www.clipclaps.com/?activity_spin=72560022
-
Giiftii koo
Giiftii koo !Namni saadaaf sin yaaduNamni yaadaaf sin yaadu,Jedhuufan jedha mitiDhugaa waaqa jiraataa,Oggayyuu waa’eenkeeGaraa koo na nyaataa! “Naaf eegi, naaf tiksi!”Jedheen dhageessisaGara waaqatti iyyakoo,Yoomuu sin jaalladhaOromiyaa biyyakoo! Akka waan lafeenkooSirraa ijaarameeruu,Akka waan foonkooSirraa suphameeruu,Akka waan dhiignikooSirraa waraabameeruu, ✍ Nasiro beriso.
-
Wolaloo(Poam)
Naaf_baraa Naacha ilkaan laaleeLeenci hin baqatuuAdurreen kaadhimaaAntuuta hin naqatuu Mee na dhiisaa maalooKa’eetan geeraraaJajjabee oromoos ta’eenDiina koo weeraraa Afaan isheen beektuunDiina koo dubbisaaAkka Eebbisaaf haceeGeeraree shubbisaa Goota oromoon ta’aaAkka Taaddee BirruuKan ormi nan nyaarreKan gammadu firruu Abdiisaa Aagaa ta’eenWeerartuu dha’ee baasaAkka Elemoo QilxuuDiina golaa baasa Tuxxuqaa-n jaalladhuTuqamnaan nan aaraAkka Agarii TulluuDiina kankoon nyaara Ani sanyii…
-
Wolaloo
@Nasiro beriso. Karaa sirrii maleemaqaa hin deeminaaMana dhugaa maleekan sobaan seeninaaHaqa sabaaf maleeshiraaf hin falminaaKaraa argachuudhafkaraarraan maqinaaBakka dhugaa maleedhararran olinaaGaraa guuttachuudhaahiriyaan sobinaaLeel jedhaa saba kooBunaaf Nagaa hin dhabinaa Wolaloo