Tag: about oromo
-
Wolaloo jaalalaa
Waadaa_Cabe Arrabaan nadhii biifteeFakkaatta nama haqaaJaalala sobaa kuusteeXureessite nas maqaa Dhugaa natti fakkaateenJaalalaan si simadheeKuustuu jaalala sobaaTa’uukee yoom hubadhe Jaalala irra keessaanMaaf dararta onneekooJaalala kaleef tiruunHadheessitee jiruukoo Jibbakeen qabu takkaaKeessikoo si jaallataWaliin imallaaf maleeHin laalle mirgaaf bitaa Jaalalaan mana jaarreeJiruu gaarii jiraannaaRakkina heddus tarreeBor bakka guddaa geenya Jedheetan yaade maleeSiif hin yaadne hammeenyaMee maaluman balleesseeMaaf…