Tag: Elsay tech
-
Wolaloo jaalalaa
Waadaa_Cabe Arrabaan nadhii biifteeFakkaatta nama haqaaJaalala sobaa kuusteeXureessite nas maqaa Dhugaa natti fakkaateenJaalalaan si simadheeKuustuu jaalala sobaaTa’uukee yoom hubadhe Jaalala irra keessaanMaaf dararta onneekooJaalala kaleef tiruunHadheessitee jiruukoo Jibbakeen qabu takkaaKeessikoo si jaallataWaliin imallaaf maleeHin laalle mirgaaf bitaa Jaalalaan mana jaarreeJiruu gaarii jiraannaaRakkina heddus tarreeBor bakka guddaa geenya Jedheetan yaade maleeSiif hin yaadne hammeenyaMee maaluman balleesseeMaaf…
-
Si hin dagannu haacee
“Lakk” jechuu bari Gammachuu yeroof jettee Hegeree kee miidhuurra Obsii ‘lakk” jedhii Deebisi ufirraa Waan bu’aa siin qabneef Yeroo kennuu dhiisi Ejjannoo jabaadhaan “Lakk” jedhii deebisi Wanta gaarii hundaaf Amansiisi Sammuukee Milkaa’inaaf carraaqi Hanga dandeettiikee Yoomuu harka hin laati Taati’oof kufaatiidhaa Haamleekees hin cabsinii Wanta sirriidha taanaan Cichii itii fufi duubatti hin deebi’inii Lakk An…