Tag: waa’ee jaalalaa
-
Wolaloo jaalalaa
Waadaa_Cabe Arrabaan nadhii biifteeFakkaatta nama haqaaJaalala sobaa kuusteeXureessite nas maqaa Dhugaa natti fakkaateenJaalalaan si simadheeKuustuu jaalala sobaaTa’uukee yoom hubadhe Jaalala irra keessaanMaaf dararta onneekooJaalala kaleef tiruunHadheessitee jiruukoo Jibbakeen qabu takkaaKeessikoo si jaallataWaliin imallaaf maleeHin laalle mirgaaf bitaa Jaalalaan mana jaarreeJiruu gaarii jiraannaaRakkina heddus tarreeBor bakka guddaa geenya Jedheetan yaade maleeSiif hin yaadne hammeenyaMee maaluman balleesseeMaaf…
-
Waa’ee jaalalaa
.Hariiroo Jaalalaa Cimsuuf ◈ Gammachuu kee ishii/isaa irraa hin eegin! Gammachuu kee eenyurraallee eeggachuu hin qabdu. Jaalallee kee/tee si gammachiisuuf yaalii godhus/tus, hayyama kee malee si gammachiisuun hin danda’amu. Kanaafuu bohaartii sammuu keef itti gaafatamaan mataa kee akka te’e of amansiisi. ◈ Jechoota kee gochaan bareechuu : Wantoota akka hojjattu(dalagdu) dubbatte tokko hojitti hiikuu qabda.…